123 Street, NEKEMTE, ETHIOPIA
+251911513580
watatech2021@gmail.com
WAATAA'N barnoota sooftiweerii "Full Stack Website Development-MERNS TACK " barsiisuudhaan beekama. Chaaneliin Youtube WAATAATECH barnoota teeknooloojii dabarsuu, sagantaawwan teeknooloojiidhaan walqabatan qopheessuudhaan hawaasa bal'aaf dhiyeessuu, haasaawwan onnachiisoo teeknooloojiin walqabatan ta'an kan dargaggoonni keenya dhaggeeffatanii irraa barachuu danda'an dhiyeessina. Akkasumas namoota gama teeknooloojiin muuxannoo gaggaarii qaban gama kanaan dhiyeessinee namni kamuu barnoota irraa akka argatuuf miidiyaa banamedha. Kanaafuu miidiyaan kun guddatee bu'aa qabatamaa fiduu akka danda'uuf miidiyaa keenya "subscribe" gochuun nu deeggaraa! Dhumarratti namoonni barnoota "Full Stack Website Development-MERN STACK" barachuu barbaaddan yeroo kamiyyuu bakka kamiyyuu teessanii barachuu dandeessu. Barnoota kana qaamaan magaalaa Naqamteetti barsiifna,warra kaaniif ammoo karaa "ONLINE" ni barsiifna. Lakk. Bilbilaa: +251930300252/+251983078886 irratti nu argattu.